Beeksisa
Barreeffamoota raabsaman Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Onkoloolessa: Barruuleefi tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa?; Sadaasa: Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?; Muddee: Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti? ykn Kitaaba koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu.
◼ Haasaan addaa tibba Ayyaana Yaadannoo bara 2011, torban Ebla 25, 2011 jalqabutti dhihaata. Matadureen haasaa kanaa booda kan beeksifamu ta’a. Gumiiwwan torban sana daawwataa olaanaa aanaatiin daawwataman ykn walga’ii guddaa qaban haasaa addaa kana torbee ittaanutti fudhatu. Gumiin kamiyyuu haasaa kana Ebla 25 dura dhiheessuu hin qabu.
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Ingiliffa: Waach Taawor Baawundi Voolyuum 2009.
◼ AMMAS KAN NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Gammachuu Maatii, Za Baayibil—Goodsi Wordi oor Maansi?, Tiraaktota: T-13 (Macaafa Qulqulluu), T-14 (Dhugaa Baatota Yihowaa), T-20 (Jajjabina), T-21 (Maatii); Ingiliffa: Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa (bi12 qola laafaa), Kiri’eetar, Mankaayindis Sarch, Kitaaba Mana Barumsaa, Maayi Folowar, Prokileemars, Aawar Pirobileems; Afaan Faransaayi: Barumsa Macaafa Qulqulluu; Kiniyaaruwaandaa: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Waaqayyotti Dhihaadhaa, Jaalala Waaqayyoo, Gireet Tiichar; Afaan Oromoo: Michuu Waaqayyoo; Afaan Sidaamaa: Tiraaktota: T-14 (Dhugaa Baatota Yihowaa), T-15 (Addunyaa Haaraa); Afaan Suwahilii: Gireet Tiichar; Tigriffa: Barumsa Macaafa Qulqulluu.