Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
Ji’a Caamsaatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu 6,637 geggeessineerra. Namoonni Ayyaana Yaadannoorratti argaman 22,766 kan turan si’a ta’u kunis namoota Macaafa Qulqulluu qayyabatan hedduu argachuu akka dandeenyu argisiisa. Kanaaf “Kottu” jechuu keessan itti fufaa.—Mul. 22:17.