LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/10 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jenne Jalqabu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2010
km 9/10 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Masaraa Eegumsaa Adoolessaa–Fulbaanaa

“Dhugaatii alkoolii fudhachuu ilaalchisee dhaabbileen amantii yaadawwan wal faallessan kennu. Waaqayyo nama dhugaatii alkoolii dhuguuf ilaalcha akkamii qaba jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun Yesus yeroo tokko bishaan gara wayiniitti akka jijjiire kan dubbatu ta’us, yaada armaan gadiis qabateera. [Fakkeenya 23:20a dubbisiif.] Barruun kun yaada dhugaatii alkooliitiif ilaalcha sirrii qabaachuuf nu gargaaru qabateera.”

Dammaqaa! Fulbaana

Maatewos 5:39 Dubbisiif. “Asirratti Yesus yommuu namoonni nutti darban calluma jennee ilaaluu qabna jechuusaa akka ture sitti dhaga’amaa? jedhii gaafadhu. [Hanga deebii kennutti eegi.] Matadureen kun yakka ofirraa ittisuufi eegumsa seeraa argachuu ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun jedhu ibsa.” Mataduree fuula 10⁠rra jiru itti argisiisi.

Masaraa Eegumsaa Adoolessaa–Fulbaanaa

“Namoonni baay’een yommuu du’an gara samii dhaqna jedhanii abdatu. Atoo abdiin akkasii dhugaa sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Badhaasa namoonni gaarii hedduun argatan ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun jedhu ilaali. [Faarfannaa 37:29 dubbisiif.] Barruun kun namoonni gara samii dhaqan eenyufaa akka ta’aniifi wanta isaan achitti hojjetan ibsa.”

Dammaqaa! Onkoloolessa

“Yeroo baay’ee hiriyoonni gaa’elaa, namoonni siyaasaafi warri kaan namoota akka ganan ni dhageenya. Namoota amanamoo argachuun rakkisaa akka ta’e sitti dhaga’amaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Namoonni hedduun caqasni kun raawwatamaa akka jiru itti dhaga’ama. [2 Ximotewos 3:1-5 dubbisiif.] Barruun kun yeroo ammaatti namoota amanamoo ta’an eessaa argachuun akka danda’amu ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi