LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/10 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jenne Jalqabu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2010
km 7/10 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Masaraa Eegumsaa Eblaa-Waxabajjii

“Dhugaatii alkoolii ilaalchisee amantiiwwan addaddaa yaada wal faallessu qabu. Namni tokko dhugaatii alkoolii dhuguusaa ilaalchisee Waaqayyo maal kan isatti dhaga’amu sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun Yesus dinqiidhaan bishaan gara wayiniitti jijjiiruusaa kan ibsu ta’uyyuu, yaada akkas jedhu kanas hubadhu. [Fakkeenya 23:20 dubbisiif.] Barruun kun, yaada sirrii Macaafni Qulqulluun qabu ibsa.”

Dammaqaa! Adoolessa

“Dubartoonni tajaajiltoota ta’anii muudamuu qabu jettee yaaddaa. [Hanga deebii kennutti eegi.] Dubartii tokko ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun jedhu kana hubadhu. [Roomaa 16:1 dubbisiif.] Haata’u malee, caqasni kan biraan dubartoonni gumii keessatti dubbachuu hin qaban jedha. Kana ilaalchisee yaanni Macaafa Qulqulluu maalidha. Matadureen kun waa’ee kanaa ibsa.” Mataduree fuula 28⁠rra jiru itti argisiisi.

Masaraa Eegumsaa Eblaa-Waxabajjii

Ba’uu 20:15 dubbisiif. Achiis akkas jedhi: “Namoonni hedduun abboommii kana hordofuuf kan yaalan ta’us, tokko tokkommoo haala humnaa ol ta’e keessatti hanniifi karaa kan biraatiin amanamummaa hir’isuun dogoggora akka hin taane isaanitti dhaga’ama. Atoo maal sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, yeroo hundumaa amanamoo ta’uun faayidaa maalii akka qabu ibsa.” Mataduree fuula 28⁠rra jiru itti argisiisi.

Dammaqaa! Hagayya

“Dhugaa Baatonni Yihowaa si haasofsiisanii beeku jedheen yaada. Keessumaa namoonni hedduun fedhii kan hin qabne ta’anii utuu jiranii, maaliif manaa gara manaa akka deemnu gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Maatewos 24:14 dubbisiif.] Namoonni hedduun waa’ee keenya yaada dogoggoraa akka qaban hubanneera. Barruun kun Dhugaa Baatonni Yihowaa eenyu akka ta’an ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi