LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/09 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jenne Jalqabu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jenne Jalqabu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2009
km 7/09 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jenne Jalqabu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Adoolessa-Fulbaana 1

“Jecha Yesus caqasa kanarratti dubbate ilaalchisee yaannikee maal akka ta’e beekuun barbaada. [Yohannis 3:3 dubbisi.] Lammata dhalachuu jechuun maal jechuudha jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Jecha Yesus dubbate ilaalchisee hubannoo sirrii argachuun jireenya keenya ammaas ta’e abdii keenya gara fuulduraarratti dhiibbaa qaba. Barruun kun waa’ee kanaa ibsa.”

Dammaqaa! Adoolessa

Baay’een keenya wanta warri keenya nu barsiisaniif isaan ni galateeffanna. Barumsa amantii isa yeroo ijoollee turre baranne qoruun, ulfina argisiisuu dhabuudha jettee yaadaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achis 1 Yohannis 4:1 dubbis.] Matadureen kun, amantiin nuti hordofnu dogoggora yoo ta’e jijjiiruu akka dandeenyu ibsa.” Mataduree fuula 28 jiru itti argisiisi.

MASARAA EEGUMSAA Adoolessa-Fulbaana 1

“Akkaataa guddina ijoolleefi maatii gaarii qabaachuudhaan milkaa’uu ilaalchisee, namoonni baay’een gorsa argachuun isaan gammachiisa. Dhimma kana ilaalchisee gorsi gaariin eessaa argamuu danda’a jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Namoonni hedduun madda gorsa amansiisaa ta’e tokkoof badaa xiyyeeffannaa hin kennan. [2 Ximotewos 3:16 dubbisiif.] Barruun kun Macaafa Qulqulluutti amanamuu kan qabnu maaliif akka ta’eefi fakkeenyota macaafni kun gorsa gaarii akka qabate argisiisan ibsa.”

Dammaqaa! Hagayyaa

“Sababa qomootiin kan ka’e hunda keenyarra loogiin ga’ee beeka. Loogii ilaalchisee, Waaqayyotti maaltu dhaga’ma jettee yaada? [Hanga deebi kennutti eegi. Achis Hojii Ergamtoota 10:34, 35 dubbisiif.] Macaafni Qulqulluun loogiin qomoo yommuu nu mudatu jabaanne akka dhabanu nu gargaara. Akkasumas barruun kun namoota jibbuu ilaalchisee yaada sammuu keenya keessa jiru buqqisnee balleessuuf nu gargaaru ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi