LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/09 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jenne Jalqabu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2009
km 9/09 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Adoolessa-Fulbaana

“Jecha Yesus caqasa kanarratti dubbate ilaalchisee yaannikee maal akka ta’e beekuun barbaada. [Yohannis 3:3 dubbisi.] Lammata dhalachuu jechuun maal jechuudha jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Jecha Yesus dubbate ilaalchisee hubannoo sirrii argachuun jireenya keenya ammaas ta’e abdii keenya gara fuulduraarratti dhiibbaa qaba. Barruun kun waa’ee kanaa ibsa.”

Dammaqaa! Fulbaana

Yohannis Isa Duraa 4:8 dubbisi. Achiis akkas jedhi: “Namoonni tokko tokko Waaqayyo cubbamoota ibidda qiliileetiin guba jedhanii amanu. Warri kaanimmoo iaalchi akkasii caqasa amma dubbisnee wajjin akka wal hin simne isaanitti dhaga’ama. Atoo maal yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Matadureen kun Macaafni Qulqulluun dhimma kana ilaalchisee maal akka barsiisu ibsa.” Mataduree fuula 10⁠rraa jalqbu itti agrisiisi.

MASARAA EEGUMSAA Adoolessa-Fulbaana

“Akkaataa guddina ijoolleefi maatii gaarii qabaachuudhaan milkaa’uu ilaalchisee, namoonni baay’een gorsa argachuun isaan gammachiisa. Dhimma kana ilaalchisee gorsi gaariin eessaa argamuu danda’a jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Namoonni hedduun madda gorsa amansiisaa ta’e tokkoof badaa xiyyeeffannaa hin kennan. [2 Ximotewos 3:16 dubbisiif.] Barruun kun Macaafa Qulqulluutti amanamuu kan qabnu maaliif akka ta’eefi fakkeenyota macaafni kun gorsa gaarii akka qabate argisiisan ibsa.”

Dammaqaa! Onkoloolessa

“Maatii hunda keessatti rakkinni uumamuunsaa akka hin oolle beekamaadha. Maatiin gorsa dhaabbataafi hojiirra ooluu danda’u eessaa argachuu danda’u jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Faarfannaa 32:8 dubbisiif.] Dammaqaan! Maxxansa addaa kun seerawwan Macaafa Qulqulluu yommuu hojiirra oolan maatiiwwan gargaaruu danda’anirratti ibsa kenna.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi