LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/09 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jenne Jalqabu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2009
km 6/09 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Ebla-Waxabajjii

“Namoonni addunyaarra jiran, Maariyaam haadha Yesus ilaalchisee ilaalcha addaddaa qabu. Atoo ilaalcha akkamii qabda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun, seenaa keessatti iddoo guddaa Maariyaam qabdu ni dubbata. [Luqaas 1:30-32 dubbisi.] Barruun kun fakkeenyasheerraa maal barachuu akka dandeenyu ibsa.”

Dammaqaa! Waxabajjii

“Hundi keenya namoota du’an beekna. Namoota kana keessaa tokko tokko nutti aaruufi miidhaa nurraan ga’uu danda’u jennee sodaachuu qabna jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Lallaba 9:5, 6 dubbisiif.] Matadureen kun dhimma kana ilaalchisee barumsa si jajjabeessu qabateera.” Mataduree fuula 22⁠rra jiru itti argisiisi.

MASARAA EEGUMSAA Ebla-Waxabajjii

“Namoonni wanta dogoggora ta’e akka hojjennu dhiibbaa nurraan ga’aa utuu jiranii, wanta sirrii ta’e hojjechuun baay’ee rakkisaa ta’uu danda’a. Dhiibbaa akkasiitiif akka hin mo’amne wanti nu gargaaru jira jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Fakkeenya 29:25 dubbisi.] Matadureen kun sababiiwwan shanan nama utuu hin ta’in, Waaqayyoon itti sodaachuu qabnu ibsa.” Mataduree fuula 12 jiru itti argisiisi.”

Dammaqaa! Adoolessa

“Yeroo har’aa dhiphinni namoota hedduu miidhaa jira. Waaqayyo namoota haala kanaan dhiphachaa jiraniif dhuunfaatti kan yaadu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Faarfannaa 34:18 dubbisiif.] Barruun kun, namoonni dhiphatan mana yaalaa dhaqanii yaalamuun isaanirra jiraatullee, gargaarsa Waaqayyoo akkamitti argachuu akka danda’an ibsa. Akkasumas, yaadawwan ittiin isaan jajjabeessuu dandeenyu ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi