Torban Sadaasa 22 Jalqabu
TORBAN SADAASA 22 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 1-5
Lak. 1: 2 Sen. 3:1-13
Lak. 2: Yihowaan Cubbuu Kiristiyaanummaan Hundeeffamuusaa Dura Raawwatameef Maalirratti Hundaa’ee Dhiifama Godha? (Rom. 3:24, 25)
Lak. 3: Irra Deddeebi’aa Ijoollee Keessan Dhugaa Barsiisaa (fy ful. 55-7 key. 10-15)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Barruulee Ji’a Muddeetti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee barreeffama raabsamuu erga ibsitee booda, hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.
Daq. 20: “Hiriyaa Gaa’elaa Dhugaa Baatuu Hin Taane Gargaaruu Dandeessuu?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Babal’isaa kanaan dura hiriyaa gaa’elaa hin amane ture tokkoof gaafannoo godhi. Gumiin dhugaa akka fudhatu ykn akka fudhattu kan isa ykn ishee gargaare akkamitti?