Torban Sadaasa 29 Jalqabu
TORBAN SADAASA 29 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
lv boq. 15 key. 10-17; saanduqa ful. 177
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 6-9
Lak. 1: 2 Sen. 6:12-21
Lak. 2: Fakkiiwwan Kanaan Dura Akka Qulqullaa’ootti Ilaalaa Turreef Maaltu Nutti Dhaga’amuu qaba? (rs ful. 186 key. 5-187 key. 2)
Lak. 3: Karaawwan “Waan Gaariidhaan Isa Hamaa Mo’[uu]” Itti Dandeenyu (Rom. 12:21)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: “Kadhannaa Gochuufi Xiinxaluun, Obboloota Hinaaffaadhaan Tajaajilaniif Barbaachisaadha.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni yoom akka xiinxalan ilaalchisee yaada akka kennan afeeri.
Daq. 10: ‘Nuyi Fuula Waaqayyoo Duratti Wanta Arganne Haa Fidnu.’ Haasaa Masaraa Eegumsaa Sadaasa 15, 2010, fuula 20-21rratti hundaa’ee jaarsaan dhihaatu.
Daq. 10: Ji’a Muddeetti Barruulee Raabsuuf Qophaa’uu. Mareedhaan kan dhihaatu. Daqiiqaa tokko ykn lama fudhadhuutii qabiyyee barruulee kanaa ibsi. Achiis mataduree lama ykn sadii filadhuutii, dhaggeeffattoonni gaaffiifi caqasa itti fayyadamuun danda’amu akka dubbatan afeeri. Maxxansi lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 46fi Kadhannaa