LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/10 ful. 8
  • Torban Muddee 6 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Muddee 6 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 6 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 11/10 ful. 8

Torban Muddee 6 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 6 JALQABU

Faarfannaa 21

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 15 key. 18-23; saanduqa ful. 180

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 10-14

Lak. 1: 2 Sen. 13:1-12

Lak. 2: Yihowaan Warra Isaaf Of Kennan Kan Eegu Akkamitti? (Far. 37:28)

Lak. 3: Ijoollee Keessan Karaa Yihowaa Barsiisaa (fy ful. 58-9 key. 16-19)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 28

Daq. 10: Beeksisa. Dhaggeeffattoonni birooshura Dhaamsa Macaafa Qulqulluu jedhamu raabsuudhaan ykn Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu ittiin jalqabsiisuudhaan muuxannoo argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 15: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Tajaajilarratti Namoota Akka Kabajnu Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti? Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 190 hanga ful. 192, key. 2⁠rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 32

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi