Sagantaa Torban Amajjii 10 Jalqabu
TORBAN AMAJJII 10 JALQABU
Faarfannaa 50 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
lv boq. 17 key. 11-22 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
Dubbisa M.Q: 2 Sen. 33-36 (Daq. 10)
Lakk. 1: 2 Sen. 34:12-21 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Fakkeenya Haadha Yesus, Maariyaamirraa Maal Barachuu Dandeenya? (Daq. 5)
Lakk. 3: Ijoollee Keessan Balaarraa Eegaa—fy ful. 61-3 key. 24-28 (Daq. 5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Miira Haalasaatiif Ta’uun Lallabaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 118, keeyyata 1 hanga fuula 119, keeyyata 5rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Gara Maqedooniyaatti Ce’uu Dandeessaa? (HoE. 16:9, 10) Kitaaba Waggaa 2010, fuula 163-164, akkasumas fuula 238-239irratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Tokkoon tokkoon muuxannoorratti erga mari’attan booda, dhaggeeffattoonni barumsa maalii akka argatan ilaalchisee yaada akka kennan gaafadhu.
Daq. 10: “Hojii Hunda Caalaa Nama Gammachiisu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Babal’isaa qayyabannaa Macaafa Qulqulluu guddina argisiisaa jiru geggeessuusaatiin gammachuu argate tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi.
Faarfannaa 28fi Kadhannaa