Sagantaa Torban Amajjii 31 Jalqabu
TORBAN AMAJJII 31 JALQABU
Faarfannaa 30fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
we ful. 7-9 hanga key. 2 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Nah. 1-4 (Daq. 10)
Lakk. 1: Nah. 2:11-20 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Yihudoonni Yesusiin Akka Masiihiitti Utuu Hin Fudhatin Kan Hafan Maaliifi?—rs ful. 212 key. 1-2 (Daq. 5)
Lakk. 3: Karaawwan Jechoota Yesus Maatewos 22:21rratti Dubbate Hojiirra Itti Oolchinu (Daq. 5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfanna 52
Daq.5: Beeksisa.
Daq. 20: “Qophii Maatiiwwan Gargaaruuf Godhame.”—Kutaa 2. (Keeyyata 7-13) Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaadawwan fuula 6rratti dhihaatan keessaa tokko tokko hojiirra oolchuusaaniitiin, maatiinsaanii akkamitti akka fayyadame akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.
Daq. 10: “Mataduree Haaraa Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Maree kana jalqabuukee dura, babal’istoota Masaraa Eegumsaa Amajjii 1, 2011 fidatanii hin dhufne yoo jiraatan akka isaaniif kennamu godhi. Mataduree “Macaafa Qulqulluurraa Baradhu—Waaqayyorraa Kan Barannu Maaliifi?” jedhun fayyadamanii, akkamitti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuun akka danda’amu hojiin argisiisni argisiisu tokko ykn lama akka dhihaatu gochuudhaan xumuri.
Faarfannaa 41 fi Kadhannaa