LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/11 ful. 8
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 1/11 ful. 8

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guraandhala: Gammachuu Maatii; Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Ebla: Barruulee.

◼ Guraandhalaa kaasee, haasaan sabaa haaraan ilaaltonni olaanaa aanaa dhiheessan matadureensaa “Dhugaan Jireenyakee Jijjiiruu Kan Danda’u Akkamitti?” kan jedhu ta’a.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKATTI ARGAMAN: Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2011 Amaariffaan, Ingiliffaan, Afaan Faransaayii, Keeniyaaruwaandaa, Oromoo, Afaan Siwaahilii, Tigriffaa; Afaan Chaayinaa: Za Paazweey tuu Piis eendi Haappiinas (namoota Budihiistiif); Amaariffa: Jireenyi Uumamaan Argamee?, Za Ooriijin oov Laayif—Faayif Kuweeshin Woorzi Aaskiingi; Ingiliffaa: Waz Laayif Kirii’eetid?, Za Ooriijin oov Laayif—Faayif Kuweeshin Warzi Aaskiingi, Goodsi Woordi tuu Aas Siruu Jaramaayaa, Za Paazweeyi tuu Piis eendi Haappiinas (namoota Budihiistiif), Kaalaandarii 2011; CDiidhaan: Siingi tuu Jehoovaas—Vookaal Diiskii 2, Biiriingi Wiitnas; DVDiidhaan: Jehoovaas Wiitinasis—Feez iin Akshin Paarti 1: Aawut oov Daarkinas (diiskii afaan Faransaayiifi afaanota kaan qabate).

◼ AMMAS NU HARKA KAN JIRAN: Amaariffa: Seenaa Macaafa Qulqulluu (xinnoo), Raajii Daani’el, Gireetasti Maan, Goodis Woordi, Namni Jaallattan Yeroo Du’u, Tiraaktii Lak. 13, 14, 20, 21; Ingiliffaa: Hiika Addunyaa Haaraa (xinnoo), Kiree’atar, Maankiindiis Sarchi, Parpaz oov Laayif, Yihowaadhaaf Faarfadhaa, Yihowaadhaaf Faarfadhaa (isa guddaa). Oromoo: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Yihowaadhaaf Faarfadhaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi