LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/11 ful. 8
  • Sagantaa Torban Guraandhala 7 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Guraandhala 7 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN GURAANDHALA 7 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 1/11 ful. 8

Sagantaa Torban Guraandhala 7 Jalqabu

TORBAN GURAANDHALA 7 JALQABU

Faarfannaa 25 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

we ful. 9 key. 3-ful. 12 hanga key. 2fi saanduqoota (Daq. 25)

□ Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Nah. 5-8 (Daq. 10)

Lakk. 1: Nah. 6:1-13 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Keessummoota Simachuu Ilaalchisee, Liidiyaa, Gaayosiifi Filemonirraa Maal Barachuu Dandeenya? (Daq. 5)

Lakk. 3: Ijoollee Keessan Waa’ee Amala Gaarii Qabaachuufi Waa’ee Hafuuraa Barsiisaa—fy ful. 67-70 key. 8-14 (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 47

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Kennaa Uumamaa Qabdu Tajaajilarratti Itti Fayyadamaa Jirtaa? Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 75, keeyyata 4 hanga fuula 76, keeyyata 2⁠rratti hundaa’ee dhihaatu.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Yeroo Lallabdanittis Ta’e Yeroo Barsiistan Odeeffannoo Sirrii Ta’etti Fayyadamaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 223, keeyyata 1-5⁠rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 13 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi