LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/11 ful. 8
  • Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 1/11 ful. 8

Gabaasa Tajaajilaa

Waggaa haaraan lakkoofasa babal’isootaa haaraa 9,023 ta’een jalqabeera. Lakkoofsi qajedlcitootaas isa waggaa darbee wajjin wal bira qabamanee yeroo ilaalamu dhibbentaa 14 kan dabale si’a ta’u, ji’a Fulbaanaatti lakkoofsi haaraan 1,382 ta’e galmeeffameera. Ji’a Hagayyaatti qajeelchitoonni walumatti qabaatti 283 ta’an Mana Barumsaa Tajaajila Qajeelchitootaarratti hirmaataniiru. Isaan keessaa qajeelchitoonni 112 ta’an marsaa lammaffaadahaf mana barumsaa kanarratti kan hirmaatanidha. Galmi guddaan dagachuu hin qabne qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuufi qayyabsiisuudha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi