LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/11 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2011
km 1/11 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Masaraa Eegumsaa Amajjii-Bitootessa

“Hundi keenya gammachuu argannee jiraachuu barbaanna. Qarshiin gammachuu kan nuuf argamsiisu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barreessaan Macaafa Qulqulluu tokko waan xinnoo qabutti gammadee jiraachuu baratee ture. [Filiphisiiyus 4:11, 12 dubbisiif.] Barruun kun tarkaanfiiwwan gammachuu argachuuf barbaachisan shan Macaafa Qulqulluu keessatti argaman ibsa.”

Dammaqaa! Amajjii

“Namoonni tokko tokko amantiin ragaa qabatamaarratti utuu hin ta’in, miirarratti kan hundaa’edha jedhanii amanu. Atoo maal sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Akka Macaafni Qulqulluun jedhutti amantiin wanta ragaa hin qabnerratti kan hundaa’e miti. [1 Yohannis 4:1 dubbisiif.] Matadureen fuula 28⁠rraa jalqabu amantiin keenya ragaa qabatamaarratti hundaa’uufi dhiisuusaa mirkaneessuuf nu gargaara.”

Masaraa Eegumsaa Amajjii-Bitootessa

“Namoonni addunyaa maratti argamaniifi amantii garaagaraa qaban kadhannaa ni dhiheessu. Waaqayyo dhuguma kadhannaa kan dhaga’uufi deebii kan kennu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun kadhannaa akka dhiheessinu nu jajjabeessa. [Filiphisiiyus 4:6, 7 dubbisiif.] Barruun kun gaaffiiwwan beekamaa kadhannaa ilaalchisee ka’an torbaaf deebii kenna.”

Dammaqaa! Guraandhala

“Namoonni gochawwan hafuura xuraa’oofi ayyaana heduurratti hirmaatan, yeroodhaa gara yerootti baay’achaa kan dhufe fakkaata. Gochawwan akkasiirratti hirmaachuun miidhaa hin geessisu jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Akeekkachiisa Waaqayyo Saba Israa’el duriitiif kenne kana qalbeeffadhu. [Keessa Deebii 8:10-12 dubbisiif.] Barruun kun dhimma kana ilaalchisee, wanta Macaafni Qulqulluun jedhu ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi