LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/11 ful. 1
  • Sagantaa Torban Guraandhala 14 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Guraandhala 14 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TOBAN GURAANDHALA 14 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 2/11 ful. 1

Sagantaa Torban Guraandhala 14 Jalqabu

TOBAN GURAANDHALA 14 JALQABU

Faarfannaa 3⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

we ful. 12 key. 3-ful. 13 fi sanduqa (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Nah. 9-11 (Daq. 10)

Lakk. 1: Nah. 11:1-14 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yesus Kiristos Ofumasaatii Waaqayyodhaa?—rs ful. 213 key. 1-2) (Daq. 5)

Lakk. 3: Karaawwan Garummaan Waaqayyoo Itti Mulʼifame—1 Phe. 4:10 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 48⁠fi Kadhannaa

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 12: Nama Hin Beeknee Wajjin Mariʼachuu. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaaajilaa fuula 62-64⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Babaliʼisaa karaa al idilee taʼeen ykn yeroo manaa gara manaatti tajaajilutti maree jalqabuudhaan dandeettii akka qabu beekamu tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi.

Daq. 18: “Tibbi Ayyaana Yaadannoo Hirmaannaa Tajaajilaa Guddifachuuf Gargaara.” Ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Mataduree kanarratti erga mariʼattanii booda, qophii tajaajilaa gumiin keessaan jiʼoota Bitootessa, Eblaafi Caamsaadhaaf godhe ibsi. Sagantaawwan babalʼistoonni haala garagaraa keessatti argaman jiʼatti saʼaatii 50 tajaajiluuf gargaaran dubbadhu. Hojiin kan isaanitti baayʼatu ykn dhibee fayyaa kan qaban taʼanillee, babalʼistoota waggaa darbe tibba Ayyaana Yaadannootti qajeelchaa gargaaraa taʼanii turan lamaaf ykn sadiif gaafannoo godhi.

Faarfannaa 8⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi