LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/08 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya
    Tajaajila Mootummaa—2005
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2008
km 7/08 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Ado. 1

“Namoonni baay’een waan ijaan argan qofaatti akka amanan dubbatu. Atoo kanarratti walii galtaa? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Roomaa 1:20 dubbisiif.] Barruun kun amalawwan Waaqayyoo uumamasaarratti mul’atan sadii ibsa. Kana malees, waa’ee amalawwan kanaa beekuun keenya maal gochuuf akka nu kakaasu addeessa.”

Dammaqaa! Waxabajjii

“Ijoollee guddisuun keessumaa yeroo umrii dargaggummaa jijjiirama guddaa godhanitti rakkisaadhaa. Warri qajeelfama amansiisa ta’e eessaa argachuu kan danda’an sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Isaayaas 48:17, 18 dubbisiif.] Barruun kun warri ijoolleesaanii guddisuurratti ogummaafi hubannaa qabaachuu akkamitti akka danda’an yaada gaarii kenna.”

MASARAA EEGUMSAA Ado. 1

“Qabeenyi lafaa karaa sirrii hin taaneen manca’uusaatiin kan ka’e, lafti kun badiisarraa ni ooltii laata jettee yaaddee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Abdii nama gammachiisu kana ilaali. [Faarfannaa 104:5 dubbisiif.] Barruun kun, lafti gara fuulduraatti maal akka taatu ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun dubbatu ibsa. Mataduree fuula 18⁠rra jiru itti argisiisi.

Dammaqaa! Waxabajjii

“Umriin dargaggummaa keessumaa warraafis ta’e ijoolleedhaaf rakkisaa ta’uunsaa waan shakkisiisu miti. Gorsa kana hordofuun dandeettii warraa ni guddisa jettee yaaddaa? [Yaaqoob 1:19 dubbisiif. Achiis deebii inni kennu dhaggeeffadhu.] Gorsi gaariin barruu Macaafa Qulqulluurratti hundaa’e kana keessa jiru si gargaaru danda’a.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi