LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/07 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2007
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2007
km 7/07 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Wax. 1

“Yeroo hunda oduu gochawwan hammeenyaa ilaalchisee dubbataman ni dhageenya. [Fakkeenya hamminaa dhiheenyatti naannoo keessanitti raawwatame tokko caqasi.] Qaamni namoonni hammeenya kana akka raawwatan dhiibbaa isaanirratti godhuufi ijaan hin argamne jiraa jettee gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Mul’ata 12:12 dubbisiif.] Barruun kun akkamitti of eeguu akka dandeenyu ibsa.]

Dammaqaa! Wax. 2007

“Hundi keenyayyuu jiraachuuf qarshiin nu barbaachisa. Qarshii baay’ee argachuuf garmalee yaadda’uu qabna jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Miidhaa qabeenya hordofuun geessisu ilaalchisee caqasni kun maal akka jedhu hubadhu. [1 Ximotewos 6:10 dubbisiif.] Barruun kun, yaadawwan jireenyi nama tokkoo salphaa akka ta’u gargaaraniifi galii muraasaan jiraachuun itti danda’amu ilaalchisee ibsa kenna.”

MASARAA EEGUMSAA Wax. 15

“Yeroo har’aatti namoonni wanta hamaafi gaarii ta’e ilaalchisee qajeelfama mataasaanii akka baafatan hubatteettaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Qajeelfamawwan Macaafa Qulqulluu keessatti argamaniif yeroon itti hin darbine keessaa isa tokko mee ilaali. [Caqasa saanduqa ful. 6-7⁠rra jiru dubbisi.] Barruun kun qajeelfamawwan Macaafa Qulqulluutiin jiraachuun bu’aa akkamii akka nuuf argamsiisu ibsa.”

Dammaqaa! Ado. 2007

“Namoonni baay’een karaa isaanitti toleen jireenyasaanii kan geggeessan si’a ta’u, nama gaarii ta’uun barbaachisaa akka ta’e isaanitti dhaga’ama. Atoo jireenyaaf ilaalcha akkasii qabdaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Wanti nuyi gaariidha jennu wanta Waaqayyo gaariidha jedhuu wajjin kan wal faallessu taanaan miidhaa maalii akka qabu hubadhu. [Fakkeenya 14:12 dubbisiif.] Matadureen kun akka ilaalcha Waaqayyotti nama gaarii ta’uu jechuun maal jechuu akka ta’e ibsa.” Mataduree ful. 20⁠rra jiru itti argisiisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi