LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/06 ful. 12
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2006
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2006
km 7/06 ful. 12

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Masaraa Eegumsaa Wax. 1

“Akkuma seera durii keessatti ibsametti, aadaawwan hedduutti namoonni dullooman ni kabajamu turan. [Lewwoota 19:32 dubbisiif.] Yeroo har’aa bakka baay’eetti kabajni akkasii kan isaanii kennamu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, Waaqayyo warra dullooman akkamitti akka kunuunsuufi nuyis kana gochuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e dubbata.”

Dammaqaa! Wax. 2006

“Shororkeessummaan wanta haaraa utuu hin ta’in, wanta addunyaarratti babal’ateefi jireenya nama hundumaarratti dhiibbaa geessisaa jirudha. Maaliif sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Dammaqaan! kun, yeroo shororkeessummaan itti hafuufi Waaqayyo lafarratti nagaa dhugaa akkamitti akka fidu ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun dubbatu ibsa.” Miikiyaas 4:4 dubbisiif.

Masaraa Eegumsaa Wax. 15

“Rakkoowwan adda addaa nurra ga’aniyyuu gammachuu qabaachuu kan dandeenyu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, qajeelfama rakkoowwan nurra ga’an mo’uuf nu gargaaru eessaa argachuu akka dandeenyu nutti hima. Abdii dhugaan akkamitti akka nama jajjabeessus ni dubbata.” Mul’ata 21:3, 4 dubbisiif.

Dammaqaa! Wax. 2006

“Balaawwan dhiheenya kanatti ga’an akeekkachiisa kenname hojiirra oolchuun barbaachisaa ta’uusaa kan argisiisan sitti hin fakkaatuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun namoonni obomboleettii bokkaa dabalateefi Kaatriinaa jedhamu jalaa oolan barumsa maalii akka argatan ibsa. Kana malees, akeekkachiisa hundi keenya hojiirra oolchuu qabnu tokko addeessa.” Mataduree ful. 14⁠rra jiru itti argisiisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi