LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/08 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2008
km 10/08 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Onk. 1

“Namootaa wajjin dhimma hunda keenya mudatu tokkorratti mari’achaa jirra. Namoonni manca’iinsa guddaa lafaarra ga’aa jiruun kan ka’e, carraa fuulduratti lafa mudatuuf abdii dhabaniiru. Atoo maaltu sitti dhaga’ama? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Faarfannaa 37:11 dubbisiif.] Barruun kun sababiiwwan Caaffata Qulqullaa’oorratti hundaa’aniifi abdii qabaachuuf nu gargaaran ibsa.”

Dammaqaa! Fulb.

“Jaarraawwan hedduu darbanitti amantii du’a booda jireenyi jira jedhurratti falmii cimaan ta’aa tureera. Atoo maal sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Iyoob amantii qabu akkamitti ibsee akka ture hubadhu. [Iyoob 14:14, 15 dubbisiif.] Barruun kun jireenya du’a booda jiru ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun barsiisu ibsa.”

MASARAA EEGUMSAA Onk. 1

“Gaaffii tokko si gaafachuu barbaanna. Abboommii Yesus kana hojiirra oolchuun maatiif gammachuu kan argamsiisu sitti hin fakkaatuu? [Yohannis 13:34 dubbisiif. Hanga deebii kennutti eegi.] Matadureen kun barumsiifi fakkeenyi Yesus tokkoon tokkoon miseensota maatiirratti akkamitti akka hojiirra oolu ibsa.” Mataduree ful. 30, 31⁠rra jiru itti argisiisi.

Dammaqaa! Fulb.

“Waaqayyo hanqina midhaan nyaataa yeroo ammaa biyya lafaa hunkuraa jiruun, ilmaan namootaa akka dhiphatan kaayyoosaa sitti fakkaataa? [Hanga deebiin kennutti eegi.] Kaayyoo inni rakkina kana hiikuuf qabu hubadhu. [Faarfannaa 72:16 dubbisiif.] Barruun kun Waaqayyo lafa gara Jannatatti akkamitti akka deebisu ibsa.” Mataduree ful. 7⁠rra jiru itti argisiisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi