LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/11 ful. 4
  • Sagantaa Torban Bitootessa 7 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 7 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 7 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 2/11 ful. 4

Sagantaa Torban Bitootessa 7 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 7 JALQABU

Faarfannaa 28 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

we ful. 17 key. 7 hanga ful. 19 fi saanduqa (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: As. 6-10 (Daq. 10)

Lakk. 1: As. 7:1-10 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yohannis 1:1 Yesus Waaqa Taʼuusaa Mirkaneessaa?—rs ful. 213 key. 4–ful. 214 key. 1 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yesus, Isa Amantii Keenya Jalqabee Fiixaan Baasu Kan Jedhame Maaliifi?—Ibr. 12:2 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 10

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Ragaa Amansiisaa Dhiheessuudhaan Barsiisaa. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 255-257⁠rratti hundaaʼee dhihaatu. Yaada kitaabichaarratti hundaaʼuudhaan hojiin argisiisni tokko ykn lama haa dhihaatu.

Daq. 10: Tiraaktootatti Akka Gaariitti Fayyadamaa. Mareedhaan kan dhihaatu. Tiraaktoota gumii keessan keessa jiran tokko tokko caqasi. Yeroo akkamitti tiraaktoota kanatti fayyadamuu akka dandeenyuufi qalbii namaa kan hawwatan maaliif akka taʼe ibsi. Dhaggeeffattoonni tiraaktootatti akka gaariitti kan itti fayyadaman akkamitti akka taʼe gaafadhu. Hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Faarfannaa 35 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi