Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Guraandhala: Gammachuu Maatii; Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Eblaafi Caamsaa: Barruulee.
◼ Haasaan addaa tibba Ayyaana Yaadannoo bara 2011 dhihaatu, matadureensaa “Seerri Buʼuuraa Macaafa Qulqulluu Rakkoowwan Nu Muudatan Moʼuuf Nu Gargaaruu Dandaʼaa?” kan jedhudha.
◼ Guyyaa Ayyaana Yaadannoo, jechuunis Dilbata, Ebla 17 walgaʼii tajaajilaarraa kan hafe walgaʼiin kamiyyuu hin jiraatu. Gumiiwwan guyyaa sanatti walgaʼii qaban guyyaa kan biraatti jijjiiruu isaan barbaachisa taʼa. Gumiiwwan Galma Mootummaa tokkotti fayyadaman hedduu yoo taʼaniifi guyyaa kan biraatti jijjiiruun kan hin dandaʼamne yoo taʼe walgaʼiin guyyaa sanatti godhamu hafuu dandaʼa. Yoo akkas taʼe, maatiiwwan Qayyabannaa Masaraa Eegumsaa Waaqeffannaa Maatii galgalaa godhanirratti akka fudhatan jajjabeessuun barbaachisaadha.