Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Eblaafi Caamsaa: Barruulee; Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Adoolessa: Birooshuroota. Birooshuroota armaan gadiitti fayyadamuun ni dandaʼama: Ee Buuk foor Ool Piippil, Dhuguma Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, Dammaqinaan Eegaa!, Riil Feez—Yuur Kii tuu ee Happii Laayif (Musiliimotaaf), Shuud Yuu Biiliiv in za Tiriiniitii?, Ekeraan Namoota Duʼanii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhu Dandaʼuu? Dhugumaanoo Jiruu?, Za Divaayin Neem Zaat Wiil Induur Fooreevar, Za Gavarnimanti Zaat Wiil Biriingi Paaraadaayiz, Za Rood too Eeverlaastiingi Laayif—Haav Yuu Faawondi Iit?, Waat Haappansi tuu Aas Ween Wii Daayi?, Waat Iz za Parpaz oov Laayif—Haawu Kaan Yuu Faayindi Iit?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu, Wos Laayif Kiriʼeetid.
◼ Walgaʼii Koonyaarratti argamuu ilaalchisee gorsaafi yaadachiisawwan kennamanirratti mariʼachuuf Walgaʼii Tajaajilaa, torban Walgaʼii koonyaa dura jirurratti sirreeffama gochuun barbaachisaa taʼuu dandaʼa. Walgaʼiin koonyaa erga godhamee jiʼa tokko ykn lama booda, tarii sagantaa akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa jedhurratti, babalʼistoonni yaadawwan walgaʼicharratti dhihaataniifi tajaajilasaaniitiif gaarii taʼee argatan akka irra deebiʼan qophii godhaa.
◼ Jiʼa Caamsaatii jalqabee, gumiiwwan hundi Sanbadduraa isa jalqabaa qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuurratti xiyyeeffachuu qabu. Matadureen Masaraa Eegumsaa “Macaafa Qulqulluurraa Baradhu” jedhuun walitti aansuudhaan baʼu, babalʼistoonni akkas akka godhaniif kan qophaaʼedha. Fuula dhumaa Tajaajila Mootummaa hundaarratti, Sanbadduraa isa jalqabaatti akkamitti qayyabannaan akka itti jalqabsiifamu dabalatee, akkaataan dhiheenyaa jiʼa ittaanuuf gargaaru ni baʼa.
◼ Gumiiwwan hanga yoonaatti saanduqa babalʼistoonni foormiiwwan tajaajilaaf isaan gargaaran S-4, S-8fi S-43 keessaa fudhatan hin qabne saanduqa kana akka hojjechiifatan isin jajjabeessina.
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Ingiliffa: Riil Feez—Yuur Kii tuu ee Happii Laayif (Birooshura Musiliimotaaf), Dammaqinaan Eegaa!, Waachtaawar Laayibirarii CD dhaan; Afaan Faransaay: Waachtaawar Laayibirarii CD dhaan.
◼ AMMAS NU HARKA KAN JIRAN: Amaariffa: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Dammaqinaan Eegaa!, Ween Wii Daayi; Ingiliffa: Gireetasti Maan, Jehoovaas Deey, Rood too Laayif, deeluuksi Hiika Addunyaa Haaraa kiisiitti qabamu, Feez Iin Akshin: DVD dhaan, Rispeekti Otariitiis, Sheer Gud Niwuus, Za Baayibil, Waarniingi Eegzaampilsi, Hool Asoosiyeeshinsi, Wandarsi Oov Kiriʼeeshinsi; Afaan Faransaay: Barumsa Macaafa Qulqulluu, “Jaalala Waaqayyoo”; Afaan Oromoo: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Dhuguma Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, Waaqayyoon Waaqeffadhu; Afaan Sidaamaa: Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!; Tigiriffa: Barumsa Macaafa Qulqulluu; Parpaz oov Laayif; Afaan Walaayittaa: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Ekeraa Namoota Duʼanii.