Sagantaa Torban Caamsaa 2 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 2 JALQABU
Faarfannaa 30 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
sp ful. 9-12 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Iyo. 38-42 (Daq. 10)
Lakk. 1: Iyo. 40:1-24 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Faayidaa Garraamiifi Obsa Qabeessa Taʼuun Argamsiisu (Daq. 5)
Lakk. 3: Fedhiiwwan Buʼuuraa Guutuun Mucaan Tokko Didaa Akka Hin Taane Gochuu Dandaʼa— fy ful. 82-5 key. 14-18 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Beeksisa. Akkaataa dhiheenyaa fuula kanarra jirutti fayyadamuudhaan Sanbadduraa jalqabaa, jiʼa Caamsaatti qayyabanna jalqabsiisuuf hojiin argisiisaan dhiheessi. Hundumtuu kanarratti hirmaannaa akka godhan jajjabeessi.
Daq. 15: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Jiʼa Caamsaatti Barruulee Raabsuuf Qophaaʼuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Daqiiqaa tokko ykn lama fudhadhuutii qabiyyee barruulee kanaa ibsi. Achiis mataduree lama ykn sadii filadhuutii dhaggeeffattoonni gaaffiiwwaniifi caqasoota warra kamitti fayyadamanii barruulee kana raabsuu akka dandaʼan gaafadhu. Hojiin argisiisi akkamitti barruulee kana raabsuun akka dandaʼamu ibsu akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 51 fi Kadhannaa