LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/11 ful. 7
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 4/11 ful. 7

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Jiʼa Sadaasaafi Muddeetti gumiiwwan 183fi tuutawwan 26 keessatti babalʼistoonni 9,000 ol taʼan gabaasa godhanii turan. Jiʼa arfan jalqabaa waggaa tajaajilaa kanatti gumiiwwan haaraan 17 hundeeffamaniiru! Jiʼa Sadaasaatti birooshurri Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha? jedhamu, 20,570 raabsamuunsaa kanaaf gumaacha guddaa godheera. Jiʼa Sadaasaatti qayyabannaawwan Macaafa Qulqulluu 7,000 ol taʼan gabaasa godhamuusaaniitti baayʼee gammanneerra. Jiʼa jiʼaan namoota Macaafa Qulqulluu qayyabatan argachuuf jabaadhaa hojjedhaa, akkasumas qayyabannaan keessaan dhaabbataa akka taʼu gochuuf carraaqqii godhaa!

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi