LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/11 ful. 1
  • Sagantaa Torban Caamsaa 9 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 9 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 9 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 5/11 ful. 1

Sagantaa Torban Caamsaa 9 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 9 JALQABU

Faarfannaa 48⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

sp ful. 13-15 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Far. 1-10 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 7:1-17 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yesus Kan Isaaf Sagadamu Taʼuunsaa Waaqa Taʼuusaa Mirkaneessaa? (rs ful. 216 key. 1-3) (Daq. 5)

Lakk. 3: Yesus Namicha “Yaa Barsiisaa Gaarii!” Jedhee Isa Waame Kan Sirreesse Maaliifi?—Mar. 10:17, 18 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 4

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Nuyi Namaaf Abboomamuu Irra, Waaqayyoof Abboomamuutu Nu Irra Jira. (HoE. 5:29) Kitaaba Waggaa 2011, fuula 219, keeyyata 4 hanga fuula 221, keeyyata 2⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Muuxannoowwan hundarratti erga mariʼattanii booda, dhaggeeffattoonni muuxannicharraa barumsa akkamii akka argatan gaafadhu.

Daq. 10: Yeroo Boqonnaatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu Dandeessaa? Mareedhaan kan dhihaatu. Yaadawwan kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu jedhamu, fuula 112-113⁠rraa ulaagaawwan qajeelchaa gargaaraa taʼuuf barbaachisan gabaabsii irra deebiʼi. Obboloonni boqonnaa bakka hojii ykn mana barumsaatii argatanitti fayyadamanii qajeelchaa gargaaraa taʼan eebbawwan akkamii akka argatan gaafadhu.

Daq. 10: “Ifni Keessan . . . Haa Ifu!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni amala fakkeenya taʼu qabaachuunsaanii dhugaa baʼuuf akkamitti karaa akka isaaniif bane muuxannoo dhuunfaasaanii akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 45 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi