Sagantaa Torban Adoolessa 4 Jalqabu
TORBAN ADOOLESSA 4 JALQABU
Faarfannaa 26 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
dg boq. 3 key. 10-18 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Far. 60-68 (Daq. 10)
Lakk. 1: Far. 62:1–63:5 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Yaada Haagee 2:7 Raawwachiisuurratti Gaʼee Maalii Qabna? (Daq. 5)
Lakk. 3: Ilaalcha Waaqayyo Saalqunnamtiidhaaf Qabu—fy ful. 92-4 key. 8-13 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 3: Beeksisa.
Daq. 10: Namni Tokko—‘Amantii Mataakoo Qaba’ Yeroo Jedhu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu, fuula 18, keeyyata 2 hanga fuula 19, keeyyata 4rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Deebii dhaggeeffattoonni buʼa qabeessa taʼee argatan kan biraas akka dubbatan gaafadhu. Yeroo namni yaadasaatti cichu isaan mudatu akka amanu isa dirqisiisuu mannaa, mala qabeeyyii akka taʼan jajjabeessi. Yaadawwan kennaman keessaa tokko ykn lama hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Daq. 7: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Luqaas 9:57-62 akkasumas Luqaas 14:25-33 akka dubbifamu godhi. Caqasoonni kun akkamitti tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼan mariʼadhaa.
Daq. 15: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Faarfannaa 50 fi Kadhannaa