LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/11 ful. 3
  • Sagantaa Torban Adoolessaa 25 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessaa 25 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 25 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 7/11 ful. 3

Sagantaa Torban Adoolessaa 25 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 25 JALQABU

Faarfannaa 17 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

dg boq. 5 key.1-10 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Dubbisa M.Q: Far. 79-86 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 84:1–85:7 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Yesus Kiristos Angafa Ergamootaa, Mikaaʼelidhaa?—rs ful. 219 key. 1-3 (Daq. 5)

Lakk. 3: Hafuuronni Hamoon Waaqayyo Jiraachuusaa Ni Amanu Kan Jennu Maaliifi?—Yaq. 2:19 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 42

Daq. 5: Beeksisa. Barreeffama jiʼa Hagayyaatti raabsamu erga dubbattee booda, hojiin argisiisi tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Dhibee Fayyaa Utuma Qabanii Hojii Lallabaarratti Hirmaachuu. Kitaaba Waggaa 2011 fuula 64, keeyyata 1-2, fuula 69, keeyyata 1⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka argatan gaafadhu.

Daq. 20: “Barruuleen Keenya Karaa Namoota Hedduu Hawwataniin Qophaaʼu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 2⁠rratti erga mariʼattanii booda, daqiiqaa tokko keessatti qabiyyee Dammaqaa! dhiheenyatti baʼerratti mariʼadhaa. Achiis gaaffiifi caqasa garagaraa dhaggeeffattoonni yaada seensaasaanii keessatti itti fayyadamuuf yaadan akka dubbatan afeeri. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi. Dammaqaan! Akkamitti akka raabsamu ilaalchisee hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi. Keeyyata 3⁠rratti erga mariʼattanii booda qabiyyee Masaraa Eegumsaa dhiheenyatti baʼes haaluma kanaan akka dhiheessi.

Faarfannaa 55 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi