LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/11 ful. 4
  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 3 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 3 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ONKOLOOLESSA 3 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 9/11 ful. 4

Sagantaa Torban Onkoloolessa 3 Jalqabu

TORBAN ONKOLOOLESSA 3 JALQABU

Faarfannaa 49 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

dg boq. 10 key. 12-18 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Fak. 1-6 (Daq. 10)

Lakk. 1: Fak. 6:1-19 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yaanni Roomaa 8:26, 27⁠rra Jiru Jaalala Waaqayyo Nuuf Qabu Kan Nuu Mirkaneessu Akkamitti? (Daq. 5)

Lakk. 3: Miira Kophaa Taʼuudhaan Namatti Dhagaʼamu Moʼuu—fy ful. 110-13 key. 18-22 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 29

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Luqaas 5:12, 13 fi Luqaas 8:43-48 akka dubbifamu godhi. Seenaawwan kun tajaajila keenyarratti akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼan ibsi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Tajaajilarratti Amala Gaarii Argisiisuu. (2 Qor. 6:3) Gaaffiiwwan armaan gadiirratti hundaaʼuudhaan mareedhaan kan dhihaatu: (1) Yeroo lallabnu amala gaarii argisiisuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi? (2) (a) Yeroo gareen keenya naannoo tajaajilaa keenya gaʼu, (b) yeroo manaa isa tokkoo gara kaaniitti darbinu, (c) yeroo balbalarra dhaabannee jirru, (d) yeroo babalʼisaan nu duukaa jiru lallabu, (e) namni haasofsiisnu yeroo dubbatu, (f) namni haasofsiisnu hojiidhaan qabamee yeroo jiru ykn yeroo haalli qilleensaa gadhee taʼu, (g) namni haasofsiisnu yeroo nu mormu amala gaarii argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Faarfannaa 16 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi