LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/11 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 9/11 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyuma jalqabaatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa; Onkoloolessa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Fedhii argisiisnaan tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? jedhamuu kennuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa; Sadaasa: Macaafni Qulqulluun—Dhaamsisaa Maalidha? Birooshura kanaa wajjin ykn bakka birooshura kanaa, birooshuroota jiʼa Adoolessaafi Hagayya 2011⁠tti raabsineefi fuula 32 qaban kamiyyuu raabsuu dandeessu; Muddee: Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Dandaʼu Akkamitti? ykn Kitaaba koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu.

◼ Haasaan addaa tibba Ayyaana Yaadannoo bara 2012, torban Ebla 2 jalqabutti dhihaata. Matadureen haasaa kanaa booda kan beeksifamu taʼa. Gumiin kamiyyuu haasaa kana Ayyaana Yaadannoo isa Kamisa, Ebla 2, 2012 kabajamu dura dhiheessuu hin qabu.

◼ Babalʼistoonni Bitootessa 2012 qajeelchaa gargaaraa taʼan akka filannaasaaniitti saʼaatii 30 ykn saʼaatii 50 tajaajiluu dandaʼu. Kana malees, jiʼa Bitootessaatti ilaaltuun olaanaa anaa gumicha kan daawwatu yoo taʼe babalʼistoonni qajeelchaa gargaaraa taʼanii tajaajilan hundi, jechuunis saʼaatii 30 ykn 50 tajaajilan walgaʼii ilaaltuun olaanaa aanaa qajeelchitootaa wajjin godhu guutummaarratti akka argaman afeeramaniiru.

◼ Haasaan sabaa daawwattoonni olaanaa aanaa Fulbaanaa jalqabee dhiheessan matadureensaa, “Saba Waaqayyoo Warra Gammadoo Taʼanii Wajjin Tokkummaa Qabaadhaa” kan jedhu taʼa.

◼ Torban Onkoloolessa 31, 2011 jalqabuu kaasee, gumiiwwan afaan Oromoo Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumiirratti, matadureewwan Masaraa Eegumsaarraa filataman qayyabatu.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKATTI ARGAMAN: Ingiliffaa: Jildiiwwan 2010; Tigriffa: Ekeraa Namoota Duʼanii.

◼ AMMAS NU HARKA KAN JIRAN: Amaariffa: Michuu Waaqayyoo; Afaan Oromoo: Dhaamsa Macaafa Qulqulluu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi