Sagantaa Torban Onkoloolessa 24 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 24 JALQABU
Faarfannaa 28 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
dg boq. 11, key. 11-18 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Fak. 17-21 (Daq. 10)
Lakk. 1: Fak. 17:21–18:13 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Yihudoonni Fayyuuf Dirqama Yesusitti Amanuu Qabuu?—rs ful. 223, key. 4 hanga ful. 224, key. 1 (Daq. 5)
Lakk. 3: Namoonni Waaʼee Uumaa Utuu Hin Taʼin Wantoota Uumaman Jajan Namoota Akkamii Taʼuusaanii Argisiisaa Jiru?—Rom. 1:20 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Beeksisa. Barreeffama jiʼa Sadaasaatti raabsamu erga dubbattee booda, hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.
Daq. 25: “Hamma Dandeesse Yihowaarraa Barachaa Jirtaa?” Gaaffiif deebiidhaan kan dhihaatu. Babalʼisaa karaa jaarmiyaa Yihowaatiin leenjii adda taʼe argate tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi.
Faarfannaa 9 fi Kadhannaa