LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/11 ful. 7
  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 31 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 31 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ONKOLOOLESSA 31 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 10/11 ful. 7

Sagantaa Torban Onkoloolessa 31 Jalqabu

TORBAN ONKOLOOLESSA 31 JALQABU

Faarfannaa 9 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 1/1 ful. 10, key. 1 hanga ful. 11, key. 3 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Fak. 22-26 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 28

Daq. 10: Beeksisa. “Haala Akkamiirratti Argama?” Haasaadhaan kan dhihaatu. Haasicha erga xumurtee booda, akkaataa dhiheenyaa fuula 8⁠rra jirutti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni Sanbadduraa jalqabaa jiʼa Sadaasaatti qayyabanna jalqabsiisuun akkamitti akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: Qulqulluufi Seera Qabeessa Taʼuun Tajaajilarratti Buʼaa Akkamii Qaba? Kutaa jaarsi tokko kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 131-134⁠rratti hundaaʼee mareedhaan dhiheessu.

Daq. 10: Jiʼa Sadaasaatti Barruulee Raabsuuf Qophaaʼuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan naannoo tajaajilaa keessaniif taʼan tokko tokko daqiiqaa tokkoo hanga lamaa gidduutti ibsi. Achiis, mataduree qola Masaraa Eegumsaa fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffii fedhii namaa kakaasu akkamii gaafachuu akka dandaʼaniifi caqasa kam dubbisuu akka yaadan akka dubbatan afeeri. Mataduree qola Dammaqaarra! jiruu wajjin haala wal qabateenis akkasuma erga gootee booda, yoo yeroon si gaʼe mataduree kan biraa tokkos ibsi. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 4 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi