LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/11 ful. 8
  • Sagantaa Torban Sadaasa 7 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasa 7 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 7 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 10/11 ful. 8

Sagantaa Torban Sadaasa 7 Jalqabu

TORBAN SADAASA 7 JALQABU

Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 1/1 ful. 11, key. 4 hanga ful. 12, key. 6 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Fak. 27-31 (Daq. 10)

Lakk. 1: Fak. 28:19–29:10 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Yaanni Roomaa 8:32⁠rra Jiru Abdiiwwan Waaqayyo Kenne Hundi Akka Raawwataman Kan Mirkaneessu Akkamitti? (Daq. 5)

Lakk. 3: Ilaalcha Waaqayyoo Qabaachuudhaan Faayidaa Dhukkuba Dandaʼanii Jiraachuun Argamsiisu—fy ful. 116-119, key. 1-9 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 55

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Gaaffiiwwan Dhiiga Fudhachuu Ilaachisee Kaʼaniif Deebii Kennuu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu fuula 73, keeyyata 1 hanga fuula 75, keeyyata 1⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan, qajeelchaan tokko tajaajila manaa gara manaarratti gaaffii gaafatame tokkoof, kitaaba Ragaa Dhiheessuutti fayyadamee yeroo deebii deebisu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Yihowaan Sabasaa Hin Dhiisu. (Far. 94:14) Kitaaba Waggaa 2011, fuula 215, keeyyata 1-2, akkasumas fuula 221, keeyyata 3 hanga fuula 222, keeyyata 5⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka argatan yaada akka kennan gaafadhu.

Faarfannaa 15 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi