Sagantaa Torban Sadaasa 14 Jalqabu
TORBAN SADAASA 14 JALQABU
Faarfannaa 49fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w08 1/1 ful. 18, key. 1 hanga ful. 19, key. 4 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lal. 1-6 (Daq. 10)
Lakk. 1: Lal. 6:1-12 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Haalawwan Yeroo Harʼaatti Israaʼel Keessatti Raawwataman, Raajiin Macaafa Qulqulluu Raawwatamaa Akka Jiru Argisiisuu? (rs ful. 224 key. 2–ful. 225 key. 2) (Daq. 5)
Lakk. 3: Kiristiyaanonni Dhugaan Gorsa Roomaa 12:19rra Jiru Hojiirra Oolchuu Kan Qaban Maaliifi? (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 15: ‘Mirga Kennuuf’ Qabdanitti Ni Gammadduu? Haasaa jaarsi gumiin Masaraa Eegumsaa Sadaasa 15, 2011, fuula 22-23rratti hundaaʼee dhiheessu.
Daq. 15: “Sanyiin Facaafame Akka Guddatu Bishaan Obaafmuu Qaba”. Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 3rratti erga mariʼattanii booda, ofhaasiin babalʼisaan tokko deddeebii gaaffii gochuuf yeroo qophaaʼu argisiisu akka dhihaatu godhi. Yaadannoo nama haasofsiise sana ilaalchisee qabate erga ilaalee booda, gaaffii yeroo namichaan addaan baʼu kaaseef akkamitti deebii akka kennuufi kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluutti fayyadamee akkamitti qayyabannaa akka jalqabsiisu yaada. Deddeebii gaaffiin akkamitti akka gabaafamu ilaalchisee, yaada kitaaba Saba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼe jedhamu fuula 85, keeyyata 3rra jiru gabaabsii ibsi.
Faarfannaa 44fi Kadhannaa