LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/11 ful. 2
  • Sagantaa Torban Sadaasaa 21 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasaa 21 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 21 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 11/11 ful. 2

Sagantaa Torban Sadaasaa 21 Jalqabu

TORBAN SADAASA 21 JALQABU

Faarfannaa 53⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 1/1 ful. 19, key. 5 hanga ful. 21, key. 2 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lal. 7-12 (Daq. 10)

Lakk. 1: Lal. 9:13–10:11 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Jaalalli Hin Hinaafu—1 Qor. 13:4 (Daq. 5)

Lakk. 3: Faayidaa Ilaalcha Gaarii Qabaachuun Argamsiisu—fy ful. 120-121 key. 10-13 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 52

Daq. 10: Beeksisa. Saanduqa Gaaffii. Haasaadhaan kan dhihaatu.

Daq. 15: Dhugaa Baʼuusaaniitiin Ariʼatamaniiru. (Luqaas 21:12, 13) Kitaaba Waggaa 2011, fuula 153, keeyyata 1; fuula 179, keeyyata 1-2 fi fuula 203, keeyyata 2 hanga dhuma fuula 204⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: Barreeffamoota Jiʼa Muddeetti Raabsaman. Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan barreeffama raabsamuu sanaa erga ibsitee booda, hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 35⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi