Sagantaa Torban Muddee 26 Jalqabu
TORBAN MUDDEE 26 JALQABU
Faarfannaa 42fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w08 2/1 ful. 8, key. 1–ful. 9, key. 5 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Isa. 17-23 (Daq. 10)
Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa. Mataduree “Faarfannaawwan Mootummichaatti Akka Gaariitti Fayyadamuu” jedhurratti mariʼadhaa.
Daq. 15: Kitaaba Ragaa Dhiheessuutti Fayyadamuu Kan Dandeenyu Akkamitti? Kitaaba Ragaa Dhiheessuu, fuula 7-8rratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu. Bifawwan addaddaa kitaaba kanaa akkamitti fayyadamuun akka dandaʼamu ibsi. Hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.
Daq. 15: Barumsa Akkamii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Hojii Ergamootaa 10:1-35 dubbisaa. Seenaan kun tajaajila keenyaaf akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼu mariʼadhaa.
Faarfannaa 18fi Kadhannaa