LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/12 ful. 2
  • Sagantaa Torban Amajjii 16 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 16 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 16 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 1/12 ful. 2

Sagantaa Torban Amajjii 16 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 16 JALQABU

Faarfannaa 44⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

wp08 2/1 ful. 15, key. 4–ful. 16, key. 7 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Isa. 34-37 (Daq. 10)

Lakk. 1: Isa. 35:1-10 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Yihowaan Waaqa Itti Amanamuu Qabnudha—Far. 25:1-5 (Daq. 5)

Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Bulchiinsa Ilmaan Namootaarratti Maal Fida?—rs ful. 227, key. 5-6 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 2

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Ilaalcha Namoota Gaaffii Gaafatanii Hubadhaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 66, keeyyata 1 hanga fuula 68, keeyyata 3⁠rratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan babalʼisaan tokko namni inni haasofsiise gaaffii yommuu isa gaafatu argisiisu akka dhihaatu godhi; babalʼisichi dhimma nama gaaffii isa gaafate sana yaaddessuufi ilaalchasaarratti yommuu yaadu ofhaasiidhaan haa argisiisu; sana booda namichaaf deebii gaarii kennaaf.

Daq. 15: Akki Isin Warra Saba Waaqayyoo Hin Taʼin Keessa Itti Jiraattan Gaarii Haa Taʼu! (1 Phe. 2:12) Kitaaba Waggaa 2011 fuula 124, keeyyata 1-2⁠fi fuula 150, keeyyata 1-6⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni muuxannicharraa barumsa akkamii akka argatan gaafadhu.

Faarfannaa 17⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi