LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/12 ful. 2
  • Sagantaa Torban Amajjii 23 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 23 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 23 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 1/12 ful. 2

Sagantaa Torban Amajjii 23 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 23 JALQABU

Faarfannaa 11⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

wp08 2/1 ful. 17-19 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Isa. 38-42 (Daq. 10)

Lakk. 1: Isa. 39:1–40:5 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Abbaan Manaa Kiristiyaana Taʼe Tokko, Maatii Qoqqoodame Keessatti Nagaa Buusuu Kan Dandaʼu Akkamitti?—fy ful. 132-133, key. 10-11 (Daq. 5)

Lakk. 3: Caalmaa Barumsi Waaqayyo Kennu Qabu—Filp. 3:8 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 37

Daq. 10: Beeksisa. Barreeffama jiʼa Guraandhalaatti raabsamu erga dubbattee booda, hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maarqos 10:17-30 akka dubbifamu godhi. Caqasni kun tajaajila keenyarratti akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼu mariʼadhaa.

Daq. 15: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Faarfannaa 2⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi