LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 39
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Ergamtoota Baabilon irraa dhufan (1-8)

Isaayyaas 39:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 20:5, 12, 13
  • +2Se 32:23

Isaayyaas 39:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “sanatti gammadee.”

  • *

    Ykn., “mana mootummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:27

Isaayyaas 39:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 20:14, 15

Isaayyaas 39:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana mootummaa.”

  • *

    Ykn., “mana mootummaa.”

Isaayyaas 39:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana mootummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 24:11, 13; 25:13; 2Se 36:18; Dan 1:1, 2
  • +2Mo 20:16-18

Isaayyaas 39:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 24:12; Dan 2:49; 5:29

Isaayyaas 39:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “guyyoota.”

  • *

    Ykn., “dhugaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 20:19

Yaada Wal Simu

Isa. 39:12Mo 20:5, 12, 13
Isa. 39:12Se 32:23
Isa. 39:22Se 32:27
Isa. 39:32Mo 20:14, 15
Isa. 39:62Mo 24:11, 13; 25:13; 2Se 36:18; Dan 1:1, 2
Isa. 39:62Mo 20:16-18
Isa. 39:72Mo 24:12; Dan 2:49; 5:29
Isa. 39:82Mo 20:19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 39:1-8

Isaayyaas

39 Yeroo sanatti mootiin Baabilon, Merodaakbaalaadaan ilmi Baalaadaan Hisqiyaas dhukkubsatee akka fayye waan dhagaʼeef+ xalayaa fi kennaa isaaf ni erge.+ 2 Hisqiyaasis namoota ergaman sana gammachuudhaan simatee* mana qabeenyaa+ isaa, jechuunis meeticha, warqicha, zayitii baalsaamii fi zayitii gatii guddaa qabu kan biraa, guutummaa mana kuusaa meeshaa waraanaa isaa, akkasumas wanta manneen qabeenyaa isaa keessa jiru hundumaa isaanitti argisiise. Hisqiyaas wanta mana* isaa keessa jiruu fi wanta bulchiinsa isaa keessa jiru hundumaa keessaa wanti inni isaanitti hin argisiisne tokko illee hin turre.

3 Sana booda Isaayyaas raajichi gara Hisqiyaas Mootichaatti seenee, “Namoonni kun maal jedhan? Eessaa dhufan?” jedhee isa gaafate. Hisqiyaasis, “Biyya fagoodhaa, jechuunis Baabilonii dhufan” isaan jedhe.+ 4 Itti aansuudhaanis, “Isaan mana* kee keessatti maal argan?” jedhee isa gaafate. Hisqiyaasis, “Wanta mana* koo keessa jiru hunda arganiiru. Manneen qabeenyaa koo keessaa wanti ani isaanitti hin argisiisne tokko illee hin jiru” jedhee isaaf deebise.

5 Yeroo kanatti Isaayyaas Hisqiyaasiin akkana jedhe: “Dubbii Yihowaa Gooftaa Raayyaa dhagaʼi; 6 ‘Kunoo, guyyaan wantoonni mana* kee keessa jiran hundii fi wantoonni abbootiin kee hamma harʼaatti kuufatan hundi gara Baabilonitti itti geeffaman ni dhufa. Wanti tokko illees hin hafu’+ jedha Yihowaan.+ 7 ‘Ilmaan kee warra ati dhalchitu keessaa tokko tokkos ni fudhatamu; mana mootummaa mootii Baabilon keessattis abbootii taayitaa ni taʼu.’”+

8 Yeroo kanatti Hisqiyaas Isaayyaasiin, “Dubbiin Yihowaa inni ati dubbatte gaarii dha” jedhe. Itti dabaluudhaanis, “Sababiin isaas, bara jireenyaa* kootti nagaanii fi tasgabbiin* ni jiraata” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi