LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/12 ful. 5
  • Sagantaa Torban Amajjii 30 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 30 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 30 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 1/12 ful. 5

Sagantaa Torban Amajjii 30 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 30 JALQABU

Faarfannaa 30⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

wp08 2/1 ful. 26-28 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Isa. 43-46 (Daq. 10)

Lakk. 1: Isa. 45:15-25 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Obsi Waaqayyoo Fayyinatti Kan Geessu Akkamitti?—2 Phe. 3:9, 15 (Daq. 5)

Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Maqaan Yihowaa Qulqulluu Taʼee Akka Eegamu Godha—rs ful. 228, key. 1-3 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 36

Daq. 5: Beeksisa. Akkaataa Dhiheenyaa fuula 4⁠rra jiru fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni Sanbadduraa jalqabaa jiʼa Guraandhalatti akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Waaʼee Neetwarkii Hawaasaa Wantan Beekuu Qabu—Kutaa 1. Dammaqaa! Adoolessa 2011 fuula 24-27 (Amaariffa) fi Dammaqaa! Guraandhala 2012 fuula 6-7⁠rratti (Amaariffa) hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu.

Daq. 20: “Dhibee Fayyaa Akka Tasaa Uumamuuf Of Qopheessiteettaa?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaadawwan keeyyata jalqabaafi xumuraarra jiran, akka seensaafi xumura gabaabaatti itti fayyadami.

Faarfannaa 43⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi