Sagantaa Torban Bitootessa 19 Jalqabu
TORBAN BITOOTESSA 19 JALQABU
Faarfannaa 11fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w08 6/15 ful. 16-17 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q: Er. 8-11 (Daq. 10)
Lakk. 1: Er. 10:17–11:5 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Ayyaanni Yaadannoo Hiika Maalii Qaba?—rs ful. 265, key. 3 hanga ful. 266, key. 2 (Daq. 5)
Lakk. 3: Maxinoofi Wayniin Ayyaana Yaadannoo Hiika Maali Qabu?—rs ful. 266, key. 3-4 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 15: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maatewos 6:19-34 akka dubbifamu godhi. Caqasoonni kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.
Daq. 15: “Naannoo Daldalaatti Ija Jabinaan Dhugaa Baʼuu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Babalʼisaa naannoo daldalaatti tajaajiluudhaan buʼa qabeessa taʼeef gaafannoo godhi.
Faarfannaa 14fi Kadhannaa