Sagantaa Torban Waxabajjii 11 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 11 JALQABU
Faarfannaa 42fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w08 7/15 ful. 29 key. 1–ful. 30 key. 2 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Faru. 1-2 (Daq. 10)
Lakk. 1: Faru. 2:11-19 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Namoonni ‘Lafa Balleessaa’ Kan Jiran Karaawwan Kamiini?—Mul. 11:18 (Daq. 5)
Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Addunyaan Jaalalliifi Waltaʼiinsi Keessa Guute Akka Uumamu Godha—rs ful. 231, key. 5-7 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Maal Raawwanneerra? Barreessaa gumichaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Wanta tibba Ayyaana Yaadannootti raawwatame erga caqastee booda, sochii gumichi godheef galateeffadhu. Dhaggeeffattoonni waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo afeeruudhaan, namoota ayyaana kanarratti argamaniif deddeebii gaaffii gochuudhaan, akkasumas qajeelchaa gargaaraa taʼuudhaan muuxannoo argatan akka dubbatan afeeri.
Daq. 20: “Sababiiwwan Itti Lallabnu Kudha Lamaan.” Mareedhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 47fi Kadhannaa