LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/12 ful. 2
  • Sagantaa Torban Adoolessa 16 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 16 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 16 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 7/12 ful. 2

Sagantaa Torban Adoolessa 16 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 16 JALQABU

Faarfannaa 10⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

wp08 10/1 ful. 9 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: His. 15-17 (Daq. 10)

Lakk. 1: His. 16:14-27 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Dhugaan Yesus Yohannis 18:37⁠rratti Caqase Maalidha? (Daq. 5)

Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Jaarraa Tokkoffaatti Bulchuu Jalqabeeraa?—rs ful. 232, key. 4-6 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 20

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Tajaajilaa Taʼuudhaan Guddina Argisiisuuf, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasiitti Fayyadami. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 6, keeyyata 1 hanga dhuma fuula 8⁠rratti hundaaʼee ilaaltuu olaanaa Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasiitiin dhihaatu. Manni barumsaa kun akkamitti akka isaan gargaare ilaalchisee babalʼisaa tokkoof ykn lamaaf gaafannoo godhi.

Daq. 20: “Namoonni Waaqayyoon Akka Dhaggeeffatan Gargaaraa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 5⁠ffaarratti yeroo mariʼattan birooshuroota keessaa inni tokko akkamitti akka raabsamu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi. Keeyyata 6⁠ffaarratti erga mariʼattanii booda, hojiin argisiisa daqiiqaa sadii, yeroo babalʼisaan tokko birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamutti fayyadamee qayyabanna Macaafa Qulqulluu geggeessu argisiisu akka dhihaatu godhi; fakkii fuula 4⁠rra jiru isa jalqabaarrattis ni mariʼatu.

Faarfannaa 6⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi