Sagantaa Torban Adoolessa 30 Jalqabu
TORBAN ADOOLESSA 30 JALQABU
Faarfannaa 33fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
wp08 10/1 ful. 12 key. 1–ful. 13 key. 4 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: His. 21-23 (Daq. 10)
Lakk. 1: His. 23:35-45 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Jaalalli Waaqayyoo Hangam Guddaadha?—Yoh. 3:16; Rom. 8:38, 39 (Daq. 5)
Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Bulchuu Akka Jalqabu, Dura Addunyaan Gara Kiristiyaanummaatti Jijjiiramuu Qabaa?—rs ful. 233, key. 1-2 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Beeksisa. Akkaataa dhiheenyaa fuula 8rra jirutti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisa jiʼa Hagayyaa Sanbadduraa isa jalqabaatti akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisuu akka dhihaatu godhi.
Daq. 25: “Lallabuu Keessan Dura, Sakattaʼuun Isin Barbaachisa Taʼa.” Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa gaaffiifi deebiidhaan dhiheessa. Barumsichi naannoo tajaajilaa keessanirratti akkamitti akka hojiirra oolu ibsi. Gumiiwwan garee afaan alaa dubbatuun geggeeffaman ykn afaan gumichi itti fayyadamu dubbatu sakattaʼan yoo taʼe, keeyyata 5rratti yeroo mariʼattan hojii sakattaʼuurratti maal jechuun akka dandaʼamu kan argisiisu hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 47fi Kadhannaa