Sagantaa Torban Adoolessa 23 Jalqabu
TORBAN ADOOLESSA 23 JALQABU
Faarfannaa 43fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
wp08 10/1 ful. 10 key. 1–ful. 11 key. 6 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: His. 18-20 (Daq. 10)
Lakk. 1: His. 19:1-14 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Akka Macaafa Qulqulluutti Wal Hiikuuf Sababii Kan Taʼu Maalidha?—fy ful. 158-159, key. 14-16 (Daq. 5)
Lakk. 3: Maatewos 21:43 Hiika Maalii Qaba? (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Wantoota Ijaan Argamanitti Fayyadamaatii Karaa Buʼa Qabeessa Taʼeen Barsiisaa. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 247 hanga fuula 249, keeyyata 2rratti hundaaʼee dhihaatu. Qabxiiwwan dhihaatan keessaa tokko ykn lama gabaabaatti hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Daq. 20: Yihowaan Waaqa Kadhannaa Dhagaʼudha. (Far. 66:19) Maree Kitaaba Waggaa 2012, fuula 59, keeyyata 1-4; fuula 183, keeyyata 2; fuula 186, keeyyata 4; akkasumas fuula 198, keeyyata 1 hanga fuula 199, keeyyata 1rratti hundaaʼee dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka argatan gaafadhu.
Faarfannaa 6fi Kadhannaa