LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/12 ful. 1
  • Sagantaa Torban Hagayya 13 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Hagayya 13 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 13 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 8/12 ful. 1

Sagantaa Torban Hagayya 13 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 13 JALQABU

Faarfannaa 18⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

wp08 10/1 ful. 16 key. 1–ful. 17 key. 6 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: His. 28-31 (Daq. 10)

Lakk. 1: His. 28:17-26 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yesus Kiristosiin Ilaalchisee Dhugaasaa Beekuu (Daq. 5)

Lakk. 3: Kan Jiraannu Guyyoota Gara Dhumaa Keessa Akka Taʼe Kan Argisiisu Milikkita Isa Kami?—rs ful. 234, key. 1 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 48

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Deddeebii Gaaffiidhaaf Haala Mijeessaa. Maree gaaffiiwwan armaan gadiirratti hundaaʼee dhihaatu: (1) Guyyaa jalqabaatti, deddeebii gaaffiitiif haala mijeessuun gaarii kan taʼe maaliifi? Akkas gochuu kan dandeenyuhoo akkamitti? (2) Gaaffii yeroo ittaanuuf fedhii nama haasofsiisnu sanaa kakaasu filachuu kan dandeenyu akkamitti? (3) Maree yeroo ittaanu gootan ilaalchisee beellama murtaaʼaa qabachuun, dandaʼamnaanimmoo lakkoofsa bilbilaa ykn iimeelii nama haasofsiisnu sanaa argachuun gaarii kan taʼe maaliifi? (4) Utuu hin turin, tariimmoo guyyoota muraasa gidduutti deebinee deemuuf carraaquu kan qabnu maaliifi? (5) Yeroo jalqabaatiif erga haasofsiisnee booda, odeeffannoowwan akkamii barreessuu qabna?

Daq. 10: Tajaajiltoota yeroo guutuu keessaa nama tokkoof ykn lamaaf gaafannoo godhi. Tajaajila yeroo guutuurratti akka hirmaatan kan isaan kakaase maalidha? Tajaajila yeroo guutuu keessatti rakkoowwan akkamiitu isaan mudatee ture? Wanti tajaajilasaaniitti akka fufan isaan gargaarehoo maalidha? Eebba akkamii argataniiru? Babalʼistoonni waggaa tajaajilaa dhufutti qajeelchitoota akka taʼa jajjabeessi.

Daq. 10: “Yaada Garaa Keessan Eegaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Kan beekamu taanaan guyyaa walgaʼiin addaa itti godhamu beeksisi.

Faarfannaa 32⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi