LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/12 ful. 3
  • Sagantaa Torban Hagayya 27 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Hagayya 27 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 27 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 8/12 ful. 3

Sagantaa Torban Hagayya 27 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 27 JALQABU

Faarfannaa 17⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w09 2/15 ful. 11-12, key. 8-14 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: His. 35-38 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 11

Daq. 10: Beeksisa. “Sirreeffama Walgaʼii Gumii Torban Gidduurratti Godhame.” Haasaadhaan kan dhihaatu. Haasicha yeroo xumurtu, akkaataa dhiheenyaa fuula 4⁠rra jirutti fayyadamuudhaan, Sanbadduraa jalqabaa jiʼa Fulbaanaatti hojiin argisiisni akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: Karaa Namni Hubachuu Dandaʼuun Lallabaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 226-229⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Qabxiiwwan achirra jiran keessaa tokko ykn lama hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Luqaas 10:1-4, 17 akka dubbifamu godhi. Achiis seenaan kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.

Faarfannaa 22⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi