Sagantaa Torban Fulbaana 10 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 10 JALQABU
Faarfannaa 23fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w09 5/15 ful. 9-10 key. 1-7 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: His. 42-45 (Daq. 10)
Lakk. 1: His. 43:13-27 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Walitti Dhufeenya Hiriyaa Gaaʼelaa Keessanii Wajjin Qabdan Haaromsaa—fy ful. 166-167, key. 10-13 (Daq. 5)
Lakk. 3: Hafuura Qulqulluu Argachuuf Maal Gochuu Qabna? (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Qayyabannaan Dhuunfaa Tajaajiltoota Cimoo Nu Godha. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 27-32rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Si Balleessuudhaaf Miʼi Waraanaa Yoo Qopheeffame Iyyuu, Si Miidhuu Hin Dandaʼu. (Isa. 54:17) Kitaaba Waggaa 2012, fuula 125, keeyyata 1 hanga fuula 126, keeyyata 3, akkasumas fuula 181, keeyyata 2rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa maalii akka argatan ilaalchisee yaada akka kennan gaafadhu.
Daq. 10: “Akkaataa Dhiheenyaa Fedhii Namootaa Kakaasutti Fayyadamaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 44fi Kadhannaa