Sagantaa Torban Fulbaana 17 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 17 JALQABU
Faarfannaa 49fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w09 5/15 ful. 10-11 key. 8-13 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: His. 46-48 (Daq. 10)
Lakk. 1: His. 48:1-14 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Karaa Hundumaan Amanamoo Taʼuu Kan Qabnu Maaliifi?—Efe. 4:25, 28; 5:1 (Daq. 5)
Lakk. 3: Luqaas 21:11, Bara 1914 Asitti Raawwiisaa Argachaa Kan Jiru Akkamitti?—rs ful. 236, key. 2-4 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 30: “Gaaffii Dargaggootaa—Jireenyakoo Akkamitti Yoon Itti Fayyadame Wayya? (Kutaa 1)” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaadawwan keeyyata jalqabaafi xumurarratti argaman, yaada seensaafi xumuraa godhii gabaabaatti itti fayyadami.
Faarfannaa 41fi Kadhannaa